Hisnul Muslim Afaan Oromoo logo Hisnul Muslim Afaan Oromoo

Hisnul Muslim Afaan Oromoo

by K Technologies

🗂️ Education

🆓 free

4.9/5 ( 618+ reviews)
Android application Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshort

Features Hisnul Muslim Afaan Oromoo

Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha.
Duaa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan of keessatti qabateedha.
Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.● Zikrii Ganamaafi Galagalaa● Yeroo Huccuu uffatan● Yeroo Wuduua godhatan● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan● Yeroo Hirriiba● Yeroo Aazaanaa● Yeroo Salaataa● Yeroo Quraanaa● Wayita Rakkoo● Duaaii Ijoolleedhaf● Dhukkubsataa● Dua/Janaazaa● Qilleensa/Rooba● Soomaafi Baatii● Nyaataaf Dhugaatii● Fuudhaaf Heeruma● Hajjii fi Umraa● Axxiffoo● Imala fi kkk..
of keessaa qaba.

🛡️

Secure & Private

Your data is protected with industry-leading security protocols.

💬

24/7 Support

Our dedicated support team is always ready to help you.

Personalization

Customize the app to match your preferences and workflow.

Screenshots

See the Hisnul Muslim Afaan Oromoo in Action

Hisnul Muslim Afaan Oromoo Screen 1
Hisnul Muslim Afaan Oromoo Screen 2
Hisnul Muslim Afaan Oromoo Screen 3

Get the App Today

Download on Google Play

Available for Android 8.0 and above